Lukkuun jinnii kaatee isheen jibbisiistuun ilma namaaf diinaa Risaafi ruumuichi Joobirris kaateetuu garaa Waaqaa keessaĬabsee alanfatee balleessuu barbaadee gayyaafatee qeensaa Qabeenyaa Gugeerratti yeroo hundaa walloluu ”Y O O M DH U F T A A G U G E E K O O !!” Qubee Afaan Oromoo sadarkaa 1ffaa, sadarkaa 2ffaa hamma 5ffaa fi kaanis hedduu hedduutu jira.įi kkf hedduu ture. Kana yeroon ergu kitaabni ijoolleen dirree turan waggaa 35 dura ittiin barachaa turan kana qofa jechuu osoo hin taane hedduu hedduu dha.ĥ. KITAABA IJOOLLEE Barreeffama Lammaffaa gara page 100 ol qaba ture keessaa hamma tokko kunoo siif erge. Ammoo akka fakkeenya kitaabota ABOn bara 1980 keessa ijoollee ittiin barsiisaa ture har’aaf isinii erge. Kitaabotii ABOn ittiin barsiisaa ture hedduu hedduu dha. Seenaa barnoota qubee afaan Oromoo keessatti ABOn dirree dhihaa fi bahaa keessatti daa’imaa fi gaheessa dirree bilisoomtee fi jireenya baqaa irra turan biyyoota ollaa keessatti barsiisaa ture, waraana dabalatee jechuu dha.
0 Comments
Leave a Reply. |
AuthorWrite something about yourself. No need to be fancy, just an overview. ArchivesCategories |